< Yohana 3 >

1 Jwapali chilongola jwa Chiyahudi liina lyakwe che Nikodemu juŵaliji mu mpingo wa Mafalisayo.
Fariisicha Niqoodemoos jedhamu bulchaa Yihuudootaa tokkotu ture.
2 Chilo chimo che Nikodemu ŵanjaulile Che Yesu ni kunsalila, “Jwakwiganya, tukwimanyilila kuti mmwe ndi jwakwiganya jwalajiswe ni Akunnungu, pakuŵa ngapagwa mundu jwakukombola kupanganya imanyisyo inkwitendekanya mmwe akaŵe Akunnungu ali pamo najo.”
Innis halkaniin Yesuus bira dhaqee, “Yaa barsiisaa, akka ati barsiisaa Waaqa biraa dhufte taate nu beekna; nama Waaqni isa wajjin jiru malee namni mallattoo ati hojjettu kana hojjechuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiruutii” jedheen.
3 Che Yesu ŵanjanjile, “Isyene ngunsalila, iŵaga mundu ngakupagwa kaaŵili, ngaakombola kwinjila mu umwenye wa Akunnungu.”
Yesuusis deebisee, “Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; namni yoo lammata dhalate malee mootummaa Waaqaa arguu hin dandaʼu” jedheen.
4 Che Nikodemu ŵambusisye, “Ana mundu akukombola chinauli kupagwa kaaŵili ali akusile? Akukombola chinauli kwinjila mu lutumbo lwa achikulugwe ni kupagwa kaaŵili?”
Niqoodemoos immoo, “Namni erga dulloomee booddee akkamitti dhalachuu dandaʼa? Dhalachuuf jedhee lammata gadameessa haadha isaa keessa seenuu dandaʼaa?” jedhee gaafate.
5 Che Yesu ŵanjanjile, “Isyene ngunsalila, iŵaga mundu ngaapagwa kwa meesi ni kwa Mbumu jwa Akunnungu, ngaakombola kwinjila mu umwenye wa Akunnungu.
Yesuusis akkana jedhee deebise; “Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; namni yoo bishaanii fi Hafuura irraa dhalate malee mootummaa Waaqaatti galuu hin dandaʼu.
6 Kwa chiilu mundu akupagwa ni atati ni achikulugwe, nambo akupagwa kwa mbumu, akupagwa kwa Mbumu jwa Akunnungu.
Kan foon irraa dhalate foon; kan Hafuura irraa dhalate garuu hafuura.
7 Nkasimonga pakuŵa ndite kuti nkusachilwa mpagwe kaaŵili.
Jecha ani, ‘Ati lammata dhalachuu si barbaachisa siin jedhe hin dinqifatin.’
8 Mbungo jikupuga kujikusaka, nkujipikana pajikupuga, nambo ngankukumanyilila kujikukopochela atamuno kujikwaula. Ikuŵa yelei kwa jwalijose jwapagwilwe kwa Mbumu jwa Akunnungu.”
Bubbeen gara fedhetti bubbisa. Atis huursuu isaa dhageessa malee akka inni eessaa dhufee fi akka inni garamitti deemu hin beektu; namni Hafuura irraa dhalate hundinuus akkanuma.”
9 Che Nikodemu ŵausisye Che Yesu, “Ayi indu yi ana chiikomboleche chinauli?”
Niqoodemoosis, “Kun akkamitti taʼuu dandaʼa?” jedhee gaafate.
10 Che Yesu ŵanjanjile, “Mmwejo ndi jwakwiganya jwa Ŵaisilaeli ana iŵele uli ngankwimanyilila indu yi?
Yesuus akkana jedhee deebiseef; “Ati utuu barsiisaa Israaʼel taatee jirtuu waan kana hin beektuu?
11 Isyene ngunsalila, uweji tukuŵecheta itukwimanyilila ni kuŵalanga umboni wa itwiweni, nambo ŵanyamwe ngankusaka kuujitichisya utenga wetu.
Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; nu waan beeknu dubbanna; waan argines dhugaa ni baana; isin garuu dhugaa baʼumsa keenya hin fudhattan.
12 Iŵaga nantanjile indu ya pachilambo ni ŵanyamwe nganinjitichisya, ana nantanjilaga indu ya kwinani chinjitichisye chinauli?
Isin yoo ani waan addunyaa isinitti himnaan hin amanin, yoo ani waan samii isinitti hime akkamitti amantu ree?
13 Ngapagwa jwalijose jwajawile kwinani ikaŵe Mwana jwa Mundu juŵatulwiche kutyochela kwinani.”
Ilma Namaa isa samii irraa gad buʼe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane.
14 Mpela ila che Musa iŵatite pakulikoleka penani pa luchanamila lijoka lilyakolochekwe ni shaba mwipululu mula, iyoyo peyo Mwana jwa Mundu ikusachilwa anyakulikwe mwinani,
Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannisesana Ilmi Namaas fannifamuu qaba.
15 kuti jwalijose juchankulupilile akole umi wa moŵa gose pangali mbesi. (aiōnios g166)
Kunis akka namni isatti amanu hundi jireenya bara baraa qabaatuuf.” (aiōnios g166)
16 Pakuŵa Akunnungu ŵaanonyele nnope ŵandu ŵa pachilambo, nipele ŵantyosisye Mwanagwe jwajikape, kuti jwalijose jwakunkulupilila akajonasika, nambo akole umi wa moŵa gose pangali mbesi. (aiōnios g166)
Kan isatti amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, Waaqni hamma Ilma isaa tokkicha kennutti addunyaa jaallateeraatii. (aiōnios g166)
17 Pakuŵa Akunnungu nganantuma Mwanagwe pachilambo kuti aiche kukwalamula ŵandu, nambo aiche kukwakulupusya.
Waaqni karaa isaatiin addunyaa fayyisuudhaaf malee addunyaatti muruuf Ilma isaa gara addunyaatti hin ergineetii.
18 Jwakunkulupilila Mwana jwa Akunnungu, jwelejo ngakulamulwa, nambo jwangankulupilila jwelejo amasile kulamulikwa, pakuŵa nganankulupilila Mwana jwajikape jwa Akunnungu.
Kan isatti amanutti hin muramu; kan isatti hin amanne garuu waan inni maqaa Ilma Waaqaa tokkichaatti hin amaniniif ammuma iyyuu itti murameera.
19 Lilamulo lili lyeleli, lilanguka liiche pachilambo nambo ŵandu achinonyele nnope chipi kupunda lilanguka, pakuŵa akupanganya ya chigongomalo.
Murtiin sunis isa kana: Ifni gara addunyaa dhufe; namoonni garuu waan hojiin isaanii hamaa tureef ifa caalaa dukkana jaallatan.
20 Mundu jwalijose jwakupanganya ya chigongomalo akulichima lilanguka, ngakwika kulilanguka pakuŵa ngakusaka iwoneche indu yao ya chigongomalo.
Namni waan hamaa hojjetu kam iyyuu ifa jibba; akka hojiin isaa ifatti hin baafamneefis gara ifaa hin dhufu.
21 Nambo jwakuukamulisya usyene akwika kulilanguka kuti yakuipanganya iwoneche kuti ipanganyiche kwa kwajitichisya Akunnungu.
Namni dhugaa hojjetu kam iyyuu garuu akka hojiin isaa akka fedhii Waaqaatti hojjetamuun isaa mulʼatuuf gara ifaa dhufa.
22 Payamasile yeleyo Che Yesu pamo ni ŵakulijiganya ŵao ŵajawile ku chilambo cha Ŵayahudi. Ŵatemi pamo nawo kweleko, achibatisyaga ŵandu.
Ergasiis Yesuusii fi barattoonni isaa gara biyya Yihuudaa dhaqan; innis isaan wajjin achi ture; ni cuuphes.
23 Che Yohana nombe ŵaliji ku Ainoni, pachiŵandi ku Salimu achibatisyaga ŵandu, pakuŵa kweleko kwaliji ni meesi gamajinji. Ŵandu ŵanjaulilaga, nombewo ŵabatisye.
Yohannisis naannoo Saalem iddoo Enoon jedhamutti ni cuupha ture; bishaan baayʼeen achi tureetii; namoonnis achi dhaqanii cuuphamu turan.
24 Yeleyo yakopochele katema che Yohana nganataŵikwe mu nyuumba jakutaŵilwa.
Kunis utuu Yohannis mana hidhaatti hin galfamin taʼe.
25 Gakopochele makani pasikati ja Myahudi jumo ni ŵakulijiganya ŵampepe ŵa che Yohana nkati masyoŵelelo ga kuliswejesya kwaligongo lya kwapopelela Akunnungu.
Yommus barattoota Yohannisii fi Yihuudii tokko gidduutti waaʼee qulqulleeffamuu irratti wal falmiin uumame.
26 Nipele, ŵakulijiganya wo ŵanjaulile che Yohana ni kunsalila, “Jwakwiganya, ajula mundu juŵaliji pamo nomwe peesi Yolodani, jumwaŵalasile ngani syakwe, nombejo sambano akubatisya, ni ŵandu wose akwajaulila.”
Isaanis Yohannis bira dhufanii, “Yaa barsiisaa, namichi si wajjin Yordaanos gama ture, kan ati waaʼee isaa dhugaa baate sun kunoo cuuphuutti jira; namni hundis gara isaa dhaquutti jira” jedhaniin.
27 Che Yohana ŵajanjile, “Mundu ngakukombola kukola chachilichose ikaŵe apegwilwe ni Akunnungu ŵa kwinani.
Yohannisis akkana jedhee deebise; “Namni yoo samii irraa isaaf kenname malee homaa fudhachuu hin dandaʼu.
28 Ni ŵanyamwe mwachinsyene nkumanyilila kuti nasasile, ‘Uneji nguniŵa Kilisito Jwakuwombola, nambo nalajiswe kuti naalongolele!’
Akka ani, ‘Ani Kiristoos miti; garuu isa dura nan ergame’ jedhe isin mataan keessan iyyuu dhugaa naa baatu.
29 Jwakulombekwa ali jwakwe nnombela, nambo nkamusi jwa nnombela akwima kuntumichila nnombela, nkamusi jo akusangalala nnope pakupilikana liloŵe lya nnombela ali nkukunguluka. Iyoyo peyo ni uneji ngusangalala nnope.
Misirrittiin kan misirrichaa ti. Miinjeen misirricha bira dhaabatuu fi isa dhaggeeffatu, yommuu sagalee misirrichaa dhagaʼutti akka malee gammada. Gammachuun sun kan koo ti; gammachuun koos amma guutuu taʼeera.
30 Che Yesu ikusachilwa aŵe jwankulu, ni uneji mme jwannondi.
Inni guddaa taʼuu qaba; ani immoo xinnaa taʼuun qaba.
31 “Jwakwika kutyochela kwinani ali jwankulu kwapunda wose. Jwakutyochela pachilambo ali jwa pachilambo nombe akuŵecheta mpela mundu jwa pachilambo. Nambo jwakwika kutyochela kwinani akuilongosya indu yose.
“Kan olii dhufu inni hundumaa oli; inni lafaa immoo kanuma lafaa ti; waanuma lafaa dubbatas. Kan samii irraa dhufu inni hundumaa oli.
32 Jwelejo akutyosya umboni wa indu yaiweni ni kuilipikana, nambo ngapagwa mundu jwakukunda indu yakuisala.
Inni waan argee fi waan dhagaʼe dhugaa baʼa; dhuga baʼumsa isaa garuu eenyu iyyuu hin fudhatu.
33 Nambo mundu jwalijose jwakukunda umboni wakuusala jwelejo, akwitichisya kuti Akunnungu ali usyene.
Namni dhuga baʼumsa kana fudhates akka Waaqni dhugaa taʼe mirkaneesse.
34 Ajula jwatumikwe ni Akunnungu akusala maloŵe ga Akunnungu, pakuŵa Akunnungu akwapa Mbumu jwa Akunnungu kwa winji.
Inni Waaqni erge dubbii Waaqaa dubbata; Waaqnis safara malee Hafuura isaa ni kennaatii.
35 Akunnungu akunnonyela Mwana ni indu yose aŵisile mu ulamusi wao.
Abbaan Ilma ni jaallata; waan hundas harka isaatti kenneera.
36 Jwakunkulupilila Mwana akwete umi wa moŵa gose pangali mbesi, jwangakunkulupilila Mwana ngakola umi, ni uchimwa wa Akunnungu uli pa jwelejo.” (aiōnios g166)
Namni Ilmatti amanu jireenya bara baraa qaba; namni Ilmaaf hin ajajamne garuu dheekkamsa Waaqaatu isa irra jiraata malee jireenya hin argu.” (aiōnios g166)

< Yohana 3 >