< Ŵaebulania 4 >
1 Pakuŵa Akunnungu atupele chilanga cha kupochela chipumulilo, nipele tulilolechesye kuti jwalijose mwa ŵanyamwe akalepela kuchipata chipumulilo cho.
Kanaaf waadaan boqonnaa isaatti galuu sun amma iyyuu waan jiruuf isin keessaa namni kam iyyuu utuu boqonnaa sanatti hin galin akka hin hafne of haa eeggannu.
2 Pakuŵa nowe ŵakwe twalalichilwe Ngani Jambone kwa litala lilalila mpela iyatite pakulalichilwa kwa ŵanyawo. Nambo utenga wo nganiwakamuchisya chachili chose pakuŵa aŵala ŵaŵapilikene nganaupochela mu chikulupi.
Wangeelli isaanitti lallabame nuttis lallabameeraatii; garuu dubbiin lallabame sun waan amantii isaaniitiin wal hin fudhanneef warra dhagaʼan sanaaf faayidaa tokko illee hin kennine.
3 Nambo uweji ŵatukulupilile tutujinjile mu chipumulilo cho mpela iŵatite kusala, “Natumbile ni nalumbile kuti ‘Ngaajinjila peuto pakupumulila pangu,’” Akunnungu ŵatite yeleyo namuno masengo go gamasile chitandile paŵagumbile chilambo.
Nu warri amanne boqonnaa sanatti ni galla; kunis akkuma inni, “Kanaafuu ani dheekkamsa kootiin, ‘Isaan boqonnaa kootti hin galan’ jedhee kakadhe” jedhu sanaa dha. Taʼus hojiin isaa uumama addunyaatii jalqabee xumurameera.
4 Pakuŵa, mu liuto line Mmalembo Gamaswela gakuti, “Akunnungu ŵalesile kupanganya masengo gao gose pa lyuŵa lya saba, ŵapumulile”
Innis iddoo tokkotti waaʼee guyyaa torbaffaa; “Waaqni guyyaa torbaffaatti hojii isaa hundumaa irraa boqote” jedhee dubbate.
5 Ni mu ngani jo liuto lyo likusala, “Ngaajinjila ng'o mu chilambo chachinjapa kuti apumulile.”
Ammas inni iddoodhuma kanatti, “Isaan boqonnaa kootti hin galan” jedha.
6 Ŵandu ŵaŵalalichilwe Ngani Jambone kundanda nganapochela chipumulilo ligongo nganaajitichisya. Namuno chilanga cho chipali chiŵela kwa ŵane kupochela.
Amma iyyuu akka namoonni tokko tokko itti galaniif iddoon boqonnaa sun hambifameera; warri duraan wangeelli itti lallabame sun immoo sababii ajajamuu didaniif boqonnaa sanatti hin galle.
7 Kwa ligongo lyo, Akunnungu aŵisile sooni lyuŵa lyalikuŵilanjikwa “Lelo.” Yaka yejinji yapite nombewo ŵasasile kwa litala li che Daudi nti Malembelo ga Akunnungu yagakuti kusala, “Lelo mwapilikanaga Akunnungu ali nkuŵecheta kasinjilimbisya mitima jenu.”
Kanaafuu Waaqni deebisee guyyaa tokko “Harʼa” jedhee waamuudhaan murteesse. Innis akkuma kanaan dura dubbatame sana bara dheeraa booddee karaa Daawitiitiin, “Isin yoo harʼa sagalee isaa dhageessan, mataa hin jabaatinaa” jedha.
8 Pakuŵa ikaliji che Yoshua ŵapele ŵandu liuto lya kupumulila, Akunnungu ngaakaŵechete sooni nkati yeleyo lyuŵa line.
Utuu Iyyaasuun boqonnaa sanatti isaan galchee jiraatee, silaa Waaqni ergasii waaʼee guyyaa biraa hin dubbatu tureetii.
9 Kwayele, kupali kupumulila kwa ŵandu ŵa Akunnungu mpela iŵatite pakupumulila Akunnungu pa Lyuŵa lya Kupumulila.
Kanaafuu boqonnaan Sanbataa saba Waaqaatiif kaaʼameera;
10 Pakuŵa ŵandu wose ŵakwinjila peuto pakupumulila paakupakunguluchila Akunnungu, chaleche masengo gao ni kupumulila mpela Akunnungu iŵatite pakuleka masengo gao ni kupumulila.
namni boqonnaa Waaqaatti galu kam iyyuu akkuma Waaqni hojii isaa irraa boqote sana, innis hojii isaa irraa ni boqota.
11 Nipele, tulimbichile kuchipochela chipumulilo cho, kuti akapagwa mundu mwa ŵanyamwe juchakose kwinjila mpela ila aŵala ŵaŵakanile kwitichisya.
Kanaafuu akka namni tokko illee fakkeenya ajajamuu diduu jara sanaa duukaa buʼee boqonnaa sanatti galuu hin dhabneef kottaa boqonnaa sanatti galuuf ni tattaaffannaa.
12 Pakuŵa Liloŵe lya Akunnungu lili lyejumi ni likwete machili. Likutema kupunda lipanga lyalikutema kuŵili. Sooni likupeleta mpaka munkati mwaukusimana ntima ni mbumu, iyoyo likutema ni kupeleta mpaka papakulumbikana iŵalo ni wongo wa mmaupa. Nombelyo likukombola kulamula kwa chitema maganisyo ni miningwa ja mitima ja ŵandu.
Dubbiin Waaqaa jiraataa fi kan hojjetuudhaatii. Goraadee qara lama qabu kam iyyuu caalaa qaramaa dha; hamma lubbuu fi hafuura, buusaa fi dhuka gargar baasutti waraanee seena; yaadaa fi fedhii garaa namaas ni qora.
13 Ngapagwa chindu chachikusisikwa paujo pa Akunnungu nambo indu yose ili yeunukukwe paujo pao, ŵelewo ni ŵakulamula indu yose itutesile.
Uumama hunda keessaa wanti fuula Waaqaa duraa dhokatu tokko illee hin jiru. Wanti hundi ija isaa duratti qullaa fi saaqamaa dha; nus waaʼee mataa keenyaa deebii kennuufii qabna.
14 Nipele, pakuŵa tukwete Jwambopesi Jwankulu jwakwinjila kwinani kwa Akunnungu, yaani Che Yesu Mwana jwa Akunnungu, tukamulisye kwannope chikulupi chitukuchisala.
Egaa luba ol aanaa guddicha isa samiiwwan keessa darbe, Yesuus Ilma Waaqaa waan qabnuuf kottaa amantii keenya jabeessinee qabannaa.
15 Jwambopesi Jwankulu ni jwakutukolela chanasa kwa kulepetala kwetu. Ŵelewo ŵalinjikwe mose yalumo ni uweji nambo nganatenda sambi.
Nu luba ol aanaa dadhabbii keenya keessatti garaa nuu hin laafne hin qabnuutii; garuu kan waan hundaan akkuma keenya qorame qabna; taʼus inni cubbuu hin hojjenne.
16 Kwa ligongo lyo, tuchiŵandichile pangali woga chitengu cha ulamusi cha Akunnungu papali ni umbone, kuti tupochele chanasa ni umbone wakwe wa kutukamuchisya pa katema ka kulaga.
Kanaafuu akka araara argannuu fi akka ayyaana yeroo nu barbaachisutti nu gargaaru argannuuf kottaa gara teessoo ayyaanaatti sodaa malee dhiʼaannaa.