< 2 Petulo 1 >

1 Une che Simoni Petulo, jwakutumichila ni nduna ju Che Yesu Kilisito. Ngunnembela ŵanyamwe umpochele chikulupi chachikulu chambone nnope mpela chitwapochele uweji kwa litala lya umbone wa Akunnungu ŵetu ni Nkulupusyo jwetu Che Yesu Kilisito.
Simoon Phexros garbichaa fi ergamaa Yesuus Kiristoos irraa,
2 Ngunsachila umbone wa Akunnungu ni chitendewele kwa kuchuluka mkwamanyilila Akunnungu ni Che Yesu Ambuje ŵetu.
Beekumsa Waaqaatii fi beekumsa Gooftaa keenya Yesuusiin ayyaannii fi nagaan isiniif haa baayʼatu.
3 Kwa ukombole wao, Akunnungu atupele yose itukuilajila mu umi wa kwalamba ni kwanonyelesya kwa litala lya kwamanyilila ŵelewo ŵatuŵilasile tujinjile mu ukulu wao ni umbone wao asyene.
Humni waaqummaa isaa karaa isa ulfina isaatii fi gaarummaa isaatiin nu waame sana beekuu keenyaatiin waan jireenyaa fi Waaqatti buluuf nu barbaachisu hundumaa nuuf kenneera.
4 Kwanti yele atupele chilanga chachikulungwa ni cha ndalama, kuti kwa litala lyo tukombole kuwambala uwonasi waukwika kwa ligongo lya misese jangalumbana ja pachilambo, ni kuŵa mpela Akunnungu yakuti pakusaka tuŵe.
Kennaa kanaanis isin badiisa sababii hawwii hamaatiin addunyaa keessa jiru jalaa baatanii akka amala waaqummaa isaa sana keessatti hirmaattaniif jedhee karaa kennaa kanaatiin waadaa isaa guddaa fi kan gatii guddaa qabu nuuf galeera.
5 Kwa ligongo lyo, nlimbichile nkonjechesya umbone mu chikulupi chenu ni mu umbone wo njonjechesye umanyilisi wenu.
Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis beekumsa dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa;
6 Mu umanyilisi wenu njonjechesye kuukombola ntima ni mu kuukombola ntima mo njonjechesye upililiu ni mu upililiu wenu njonjechesye kwalamba Akunnungu.
akkasuma beekumsa irratti of qabuu, of qabuu irratti obsaan dhaabachuu, obsaan dhaabachuu irratti Waaqatti buluu,
7 Ni mu kwalamba Akunnungu kwenu njonjechesye umbusanga wa chilongo ni mu umbusanga wa chilongo njonjechesye unonyelo kwa ŵandu wose.
Waaqatti buluu irratti jaalala obbolummaa, jaalala obbolummaa irratti immoo jaalala dhugaa dabaladhaa.
8 Pakuŵa indu yi yachulukaga kukwenu, chiintende ŵangaŵa ŵa ulesi nipele chintende yambone nkwamanyilila Ambuje ŵetu Che Yesu Kilisito.
Yoo isin waan kana hunda qabaattanii ittuma isinii baayʼachaa deeme, wanni kun akka isin Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos beekuu keessatti dadhaboo fi buʼaa dhabeeyyii hin taane isin godha.
9 Nambo mundu jwanganakola yele yose ali jwangalola, ngakukombola kulola indu yaitalichile, nombe aliŵalile kuti amasile kuswejekwa sambi syao sya kalakala.
Garuu namni waan kana hin qabne kam iyyuu jaamaa dha; fagoottis arguu hin dandaʼu; cubbuu isaa durii sana irraa qulqulleeffamuu isaa irraanfateera.
10 Kwa ligongo lyo achinjangu nchalile kukutenda kuŵilanjikwa kwenu ni kusagulikwa ni Akunnungu kuŵe chindu chachikwendelechela pangali mbesi, mwatendaga yele ngangwa ng'oo.
Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti hinaaffaa qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan;
11 Pakuŵa mwatendaga yele, chinkundikwe kwinjila mu Umwenye wa moŵa gose pangali mbesi wa Ambuje ni Nkulupusyo jwetu Che Yesu Kilisito. (aiōnios g166)
akkasiin gara mootummaa bara baraa kan Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama. (aiōnios g166)
12 Kwa ligongo lyo chimbunde kumkumbusya gelego moŵa gose, namose mmasile kwimanyilila ni nli chilimbile mu usyene wammupochele.
Kanaafuu isin wantoota kanneen beektanii, dhugaa amma qabdan kanatti jabaatanii dhaabattanii iyyuu ani yeroo hunda wantoota kanneen isin yaadachiisuu nan barbaada.
13 Nguganichisya kuti ili yambone kwangune, pandili pachilambo pano, kunjimusya kwa kunkumbusya nkati gelega.
Ani hamman dunkaana kana keessa jirutti waan kana isin yaadachiisuudhaan isin dammaqsuu koo qajeelaa nan seʼa;
14 Ngumanyilila kuti mandichile kuuleka umi wa pachilambo, mpela yatite pakuunosya Ambuje ŵetu Che Yesu Kilisito.
ani akka Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos naaf ibsetti, dunkaana koo kana akkan dafee of irraa baasu beekaatii.
15 Nipele chilimbile kutenda chachili chose chingukombola kuti pachimale kuwa nkombole kuikumbuchila yele yose katema kose.
Ani akka isin erguma ani isin biraa godaanee booddee yeroo hunda waan kana yaadachuu dandeessan gochuuf nan carraaqa.
16 Katema patwanjiganyaga nkati machili gaakwika nago Ambuje ŵetu Che Yesu Kilisito, nginitukuya ndamo syangalimate. Uweji twachinsyene twauweni ukulu wakwe.
Nu yommuu waaʼee humnaa fi dhufaatii Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isinitti himnetti, surraa isaa ijuma keenyaan argineeti malee oduu haxxummaadhaan uumame duukaa buunee miti.
17 Pakuŵa uweji twapali katema kaŵapegwile luchimbichimbi ni ukulu kutyochela kwa Akunnungu Atati, palyaichile liloŵe kutyochela kwa ŵele ŵaali ukulu wekulu, lichitiji, “Aju ni Mwanangu jwakunonyelwa, jungunonyelwa najo.”
Innis yommuu sagaleen, “Kun Ilma koo isa ani jaalladhuu dha; ani isatti baayʼee nan gammada” jedhu sun Ulfina Surra qabeessa sana biraa dhufeefitti, Waaqa Abbaa biraa kabajaa fi ulfina argateeraatii.
18 Uweji twachinsyene twalipikene lye liloŵe kutyochela kwinani patwaliji pamo nawo pachanya chikwesya chachiswela.
Nu mataan keenya iyyuu yeroo isa wajjin tulluu qulqulluu irra turretti, utuu sagaleen kun samii irraa dhufuu dhageenye.
19 Tukukulupilila kuti, utenga uŵaŵechetekwe ni ŵakulondola ŵa Akunnungu waliji wa usyene, nomwe nkutenda yambone iŵaga chimuupikanile. Pakuŵa utenga wo ukwikanawo lilanguka lyalikulanguchisya mu chipi mpaka kucha ni lilanguka lya ndondwa ja nng'aandu pachililanguchisye mmitima jenu.
Kanaafuu dubbiin raajonni dubbatan sun ittuma caalee nuuf mirkaneeffame; isinis hamma boruun baqaqee bakkalchi barii garaa keessan keessatti baʼutti yoo akkuma ibsaa dukkana keessatti ibsuutti dubbii kanaaf xiyyeeffannoo kennitan waan gaarii gochuu keessan.
20 Nkupunda yeleyo, mmanyilile kaje kuti ngapagwa mundu jwakukombola kusagamukula nsyene utenga wa Akunnungu wauli Mmalembelo.
Raajiin Katabbii Qulqulluu kam iyyuu hiikkaa raajichaa kan mataa isaatiin akka hin dhufin duraan dursitanii beekuu qabdu.
21 Pakuŵa utenga wa Akunnungu nganiuika kwa usache wa mundu, nambo ŵandu ŵausasile achilongoswaga ni Mbumu jwa Akunnungu.
Raajiin takkumaa fedhii namaatiin hin dhufneetii; garuu namoota Waaqaatu Hafuura Qulqulluudhaan geggeeffamee dubbate.

< 2 Petulo 1 >