< 1 Petulo 5 >

1 Une jwanchekulu chilongola jumo mwa ŵanyamwe achachekulu ilongola achinjangu ni jwa umboni junagaweni masauko ga Kilisito ni juchilumbikane nawo mu aula ukulu wauchiunukulikwe, ngunchondelela
Ani akka maanguddoo akkuma isaanii tokkootti, akka dhuga baatuu dhiphina Kiristoosii fi akka nama ulfina mulʼachuuf jiru sana keessatti qooda qabu tokkootti akkana jedhee maanguddoota isin gidduu jiran sana nan gorsa;
2 nchinganje mpingo wa ŵandu ŵa Akunnungu umpegwile, ngaŵa kwa kunkanganichisya, nambo kwakusaka kwenu mwachinsyene mpela yakuti kusaka Akunnungu. Kasintumichila kwa misese jakukola mbiya, nambo kwa kulityosya kwa ntima wenu wose.
karra hoolotaa Waaqaa kan tika keessan jala jiru eeguudhaan tiksoota taʼaa; kanas sababii dirqamtaniif utuu hin taʼin fedhiidhuma keessaniin akka Waaqni akka isin taatan barbaadutti, buʼaa nama qaanessu argachuuf utuu hin taʼin hawwii guddaa tajaajilaaf qabdaniin godhaa;
3 Kasimwalongosya kwa machili aŵala ŵandu ŵampegwile kwagosa, nambo ŵanyamwe mwachinsyene mme chitagu chambone kwa ŵandu wo.
karra hoolotaatiif fakkeenya taʼaa malee warra imaanaa isinitti kennaman sana humnaan hin bulchinaa.
4 Ni Jwakuchinga Jwankulu pachaiche sooni, ŵanyamwe chimpochele chindu mpela singwa ja ukulu jangajikusisina.
Isinis yommuu hangafni tiksootaa mulʼatutti gonfoo ulfinaa kan miidhaginni isaa irraa hin badne argattu.
5 Iyoyopeyo ŵanyamwe achachanda nkusachilwa mwajitichisye achakulungwa. Ŵanyamwe wose nkusachilwa kulitulusya nkombole kutumichilana, pakuŵa Malembelo ga Akunnungu gakuti, “Akunnungu akwakanila ŵakulinamanila, nambo akwalosya umbone wao aŵala ŵakulitulusya.”
Yaa dargaggoota, isinis akkasuma maanguddoota jalatti bulaa. Hundi keessanis tokkoo tokkoo keessaniif gad of qabiisa akka wayyaatti uffadhaa; “Waaqni of tuultotaan ni morma; warra gad of qabaniif immoo ayyaana kennaatii.”
6 Nipele nliŵiche paasi pa nkono wa Akunnungu wauli ni machili, kuti antende mme jwankulu kwa katema kakwe.
Kanaafuu akka Waaqni yeroo malutti ol isin qabuuf, harka isaa humna qabeessa sana jalatti gad of qabaa.
7 Mwaŵichile indu yaikunsausya mmitima jenu, pakuŵa ŵelewo akungosanga ŵanyamwe.
Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hunda isa irra kaaʼadhaa.
8 Nlilolechesye ni nchesyanje! Pakuŵa jwammagongo jwenu Jwaulamba, akusyungulasyungula mpela lisimba lyalikutongola lichinsosaga mundu jwakummila.
Warra of qaban taʼa; dammaqaas. Diiyaabiloos diinni keessan nama liqimsu barbaadee akkuma leenca aaduu nanaannaʼaatii.
9 Ni ŵanyamwe munkanile jwelejo, mkulimbichila mchikulupi, nchimanyililaga kuti ŵakukulupilila achinjenu wose pachilambo pose akusimanwa ni masauko ganti iyoyo.
Sababii akka obboloonni keessan warri addunyaa guutuu keessa jiraatan dhiphina akkasii dhiphachaa jiran beektaniif amantiitti jabaadhaatii isaan mormaa.
10 Nambo mwamalaga kulagaswa kwa katema kakajipi, Akunnungu ŵaali ŵambone mu wose ŵaŵammilasile njinjile mu ukulu wao wa moŵa gose pangali mbesi nkulumbikana ni Kilisito. Ŵelewo asyene chantende ŵamalilwe ni kuntaga machili ni kuntenda njime mwakulimbila mu nsingi wakulimba. (aiōnios g166)
Waaqni ayyaana hundaa karaa Kiristoosiin gara ulfina isaa kan bara baraatti isin waame sun erga isin yeroo gabaabaaf dhiphattanii booddee inni mataan isaa guutuu isin taasisa; isin dhaaba; isin jabeessas. (aiōnios g166)
11 Kwa ŵelewo kupagwe ukombole moŵa gose pangali mbesi! Eloo. (aiōn g165)
Bara baraa hamma bara baraatti humni isaaf haa taʼu. Ameen. (aiōn g165)
12 Nannembele chikalata chachijipi chi kwa ukamusi u che Siluwano, nnongo jungummanyilila ni kunkulupilila. Ngusaka kunlimbisya ntima ni kunsalila kuti chindu chi uli umbone wa usyene wa Akunnungu. Ntameje nkulimbila mu umbone wo.
Anis isin jajjabeessuudhaaf, akka wanni kun ayyaana Waaqaa isa dhugaa taʼe sana dhugaa baʼuuf harka Silwaanos isa ani akka obboleessa amanamaatti hedu sanaatiin gabaabumatti barreessee isinii ergeera. Ayyaana kanaan jabaadhaa dhaabadhaa.
13 Mpingo wa ŵandu ŵakunkulupilila Kilisito wauli ku chilambo cha Babeli, akunkomasya. Iyoyopeyo che Maliko jwali nti mwanangu jwa usyene nombejo akunkomasya.
Waldaan kiristaanaa isheen isin wajjin filatamtee Baabilon keessa jirtu sun nagaa isinii dhaamti; ilmi koo Maarqosis akkasuma nagaa isinii dhaama.
14 Nkomasyane kwa unonyelo wa Kilisito. Ngunsachila chitendewele ŵanyamwe ŵanli ŵandu ŵakwe Kilisito.
Dhungoo jaalalaatiin nagaa wal gaafadhaa. Isin warra kan Kiristoos taatan hundaaf nagaan haa taʼu.

< 1 Petulo 5 >