< 历代志上 1 >

1 亚当生塞特;塞特生以挪士;
Addaam, Seeti, Enoosh,
2 以挪士生该南;该南生玛勒列;玛勒列生雅列;
Qeenaan, Mahalaleel, Yaared,
3 雅列生以诺;以诺生玛土撒拉;玛土撒拉生拉麦;
Henook, Matuuselaa, Laameh, Noh.
4 拉麦生挪亚;挪亚生闪、含、雅弗。
Ilmaan Noh: Seem, Haam, Yaafet:
5 雅弗的儿子是歌篾、玛各、玛代、雅完、土巴、米设、提拉。
Ilmaan Yaafet: Goomer, Maagoog, Meedee, Yaawaan, Tuubaal, Meshekii fi Tiiraas turan.
6 歌篾的儿子是亚实基拿、低法、陀迦玛。
Ilmaan Goomer: Ashkenas, Riifaatii fi Toogarmaa turan.
7 雅完的儿子是以利沙、他施、基提、多单。
Ilmaan Yaawaan: Eliishaa, Tarshiish, Kitiimii fi Roodaanota turan.
8 含的儿子是古实、麦西、弗、迦南。
Ilmaan Haam: Kuushi, Misrayim, Fuuxii fi Kanaʼaan turan.
9 古实的儿子是西巴、哈腓拉、撒弗他、拉玛、撒弗提迦。拉玛的儿子是示巴、底但。
Ilmaan Kuushi: Saabaa, Hawiilaa, Sabtaa, Raʼimaa fi Sabtekaa turan. Ilmaan Raʼimaa: Shebaa fi Dedaan turan.
10 古实生宁录;他为世上英雄之首。
Kuushi abbaa Naamruud; Naamruudis lafa irratti loltuu jabaa taʼe.
11 麦西生路低人、亚拿米人、利哈比人、拿弗土希人、
Misrayim immoo abbaa Luudiimootaa, Anaamiimotaa, Lehaabiimotaa, Naftahiimootaa,
12 帕斯鲁细人、迦斯路希人、迦斐托人;从迦斐托出来的有非利士人。
Fatrusiimotaa, Kaseluhiimotaa jechuunis warra Filisxeemonni irraa dhalatanii fi Kaftooriimotaa ti.
13 迦南生长子西顿,又生赫
Kanaʼaan abbaa Siidoon ilma isaa hangaftichaa akkasumas kan Heetotaa,
14 和耶布斯人、亚摩利人、革迦撒人、
Yebuusotaa, Amoorotaa, Girgaashotaa,
15 希未人、亚基人、西尼人、
Hiiwotaa, Arkaawotaa, Siinotaa,
16 亚瓦底人、洗玛利人,并哈马人。
Arwaadewotaa, Zemaarotaatii fi Hamaatotaa ture.
17 闪的儿子是以拦、亚述、亚法 撒、路德、亚兰、乌斯、户勒、基帖、米设。
Ilmaan Seem: Eelaam, Ashuur, Arfaakshad, Luudii fi Arraam turan. Ilmaan Arraam: Uuzi, Huuli, Geterii fi Meshek turan.
18 亚法撒生沙拉;沙拉生希伯。
Arfaakshad Sheelaa dhalche; Sheelaan immoo Eeberin dhalche.
19 希伯生了两个儿子:一个名叫法勒,因为那时人就分地居住;法勒的兄弟名叫约坍。
Eeberiifis ilmaan lamatu dhalate: Sababii bara isaa keessa lafti gargar qoodamteef, maqaan isa tokkoo Felegi jedhamee moggaafame; maqaan obboleessa isaa immoo Yooqxaan jedhamee moggaafame.
20 约坍生亚摩答、沙列、哈萨玛非、耶拉、
Yooqxaan immoo Almoodaad, Sheleef, Hazarmaawet, Yaaraa,
21 哈多兰、乌萨、德拉、
Hadooraam, Uuzaal, Diqlaa,
22 以巴录、亚比玛利、示巴、
Eebaal, Abiimaaʼeel, Shebaa,
23 阿斐、哈腓拉、约巴。这都是约坍的儿子。
Oofiir, Hawiilaa fi Yoobaabin dhalche. Warri kunneen hundinuu ilmaan Yooqxaanii ti.
24 闪生亚法撒;亚法撒生沙拉;
Seem, Arfaakshadi, Sheelaa,
25 沙拉生希伯;希伯生法勒;法勒生拉吴;
Eeberi, Felegi, Reʼuu,
26 拉吴生西鹿;西鹿生拿鹤;拿鹤生他拉;
Seruugi, Naahoor, Taaraa,
27 他拉生亚伯兰,亚伯兰就是亚伯拉罕。
akkasumas Abraam kan Abrahaam jedhame sanaa dha.
28 亚伯拉罕的儿子是以撒、以实玛利。
Ilmaan Abrahaam: Yisihaaqii fi Ishmaaʼeel.
29 以实玛利的儿子记在下面:以实玛利的长子是尼拜约,其次是基达、押德别、米比衫、
Sanyiiwwan isaanii warra kanneenii dha: Nabaayooti ilma Ishmaaʼeel hangafticha, Qeedaar, Adbiʼeel, Mibsaami,
30 米施玛、度玛、玛撒、哈达、提玛、
Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa,
31 伊突、拿非施、基底玛。这都是以实玛利的儿子。
Yexuur, Naafiishii fi Qeedmaa. Isaan kunneen ilmaan Ishmaaʼeel.
32 亚伯拉罕的妾基土拉所生的儿子,就是心兰、约珊、米但、米甸、伊施巴、书亚。约珊的儿子是示巴、底但。
Ilmaan Qexuuraan saajjatoon Abrahaam sun deesse: Zimraan, Yoqshaan, Medaan, Midiyaan, Yishbaaqii fi Shuwaa. Ilmaan Yokshaan: Shebaa fi Dedaan.
33 米甸的儿子是以法、以弗、哈诺、亚比大、以勒大。这都是基土拉的子孙。
Ilmaan Midiyaan: Eefaa, Eefer, Henook, Abiidaa fi Eldaaʼaa. Warri kunneen hundi sanyiiwwan Qexuuraa ti.
34 亚伯拉罕生以撒;以撒的儿子是以扫和以色列。
Abrahaam abbaa Yisihaaq. Ilmaan Yisihaaq: Esaawuu fi Israaʼel.
35 以扫的儿子是以利法、流珥、耶乌施、雅兰、可拉。
Ilmaan Esaawu: Eliifaaz, Reʼuuʼeel, Yeʼuushi, Yaʼilaamii fi Qooraahi.
36 以利法的儿子是提幔、阿抹、洗玻、迦坦、基纳斯、亭纳、亚玛力。
Ilmaan Eliifaaz: Teemaan, Oomaar, Zefoo, Gaataamii fi Qenaz; karaa Tiimnaatiin: Amaaleq.
37 流珥的儿子是拿哈、谢拉、沙玛、米撒。
Ilmaan Reʼuuʼeel: Nahaati, Zeraa, Shamaa fi Miizaah.
38 西珥的儿子是罗坍、朔巴、祭便、亚拿、底顺、以察、底珊。
Ilmaan Seeʼiir: Looxaan, Sobaal, Zibeʼoon, Aannaa, Diishoon, Eezerii fi Diishaan.
39 罗坍的儿子是何利、荷幔;罗坍的妹子是亭纳。
Ilmaan Looxaan: Hoorii fi Hoomaam, Tiimnaa obboleettii Looxaan.
40 朔巴的儿子是亚勒文、玛拿辖、以巴录、示非、阿南。祭便的儿子是亚雅、亚拿。
Ilmaan Sobaal: Aliwaan, Maanahaat, Eebaal, Shefoo fi Oonaami. Ilmaan Zibeʼoon: Ayyaa fi Aannaa.
41 亚拿的儿子是底顺。底顺的儿子是哈默兰、伊是班、益兰、基兰。
Ilmi Aannaa: Diishoon. Ilmaan Diishoon: Hemdaan, Eshbaan, Yitraanii fi Keraan.
42 以察的儿子是辟罕、撒番、亚干。底珊的儿子是乌斯、亚兰。
Ilmaan Eezeri: Bilhaan, Zaawaanii fi Aqaan. Ilmaan Diishaan: Uuzii fi Araan.
43 以色列人未有君王治理之先,在以东地作王的记在下面:有比珥的儿子比拉,他的京城名叫亭哈巴。
Mootonni utuu mootiin Israaʼel tokko iyyuu hin moʼin dura Edoom keessatti moʼan kanneen turan: Belaa ilma Beʼoor kan magaalaan isaa Diinhaabaa jedhamee moggaafame sana.
44 比拉死了,波斯拉人谢拉的儿子约巴接续他作王。
Belaa duunaan Yoobaab ilmi Zeraa namichi Bozraa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
45 约巴死了,提幔地的人户珊接续他作王。
Yoobaab duunaan Hushaam namichi biyya Teemaan iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
46 户珊死了,比达的儿子哈达接续他作王。这哈达就是在摩押地杀败米甸人的,他的京城名叫亚未得。
Hushaam duunaan Hadaad ilmi Bedad inni biyya Moʼaabitti Midiyaanin moʼate sun iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Maqaan magaalaa isaa Aawiit jedhame.
47 哈达死了,玛士利加人桑拉接续他作王。
Hadaad duunaan Samlaan namichi Masreeqaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
48 桑拉死了,大河边的利河伯人扫罗接续他作王。
Samlaan duunaan Shaawul namichi biyya Rehoobooti ishee laga bira jirtu sanaa iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
49 扫罗死了,亚革波的儿子巴勒·哈南接续他作王。
Shaawul duunaan Baʼaal-Haanaan ilmi Akboor iddoo isaa buʼee mootii taʼe.
50 巴勒·哈南死了,哈达接续他作王。他的京城名叫巴伊,他的妻子名叫米希她别,是米·萨合的孙女,玛特列的女儿。
Baʼaal-Haanaan duunaan immoo Hadaad iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Magaalaan isaas Faaʼuu jedhame. Maqaan niitii isaa immoo Maheexabiʼeel jedhama ture; isheenis intala Maxreed, intala Mee-Zaahaab turte.
51 哈达死了,以东人的族长有亭纳族长、亚勒瓦族长、耶帖族长、
Hadaadis ni duʼe. Hangafoota saba Edoom: Tiimnaa, Aalwaa, Yeteeti,
52 亚何利巴玛族长、以拉族长、比嫩族长、
Oholiibaamaa, Eelaa, Phiinoon,
53 基纳斯族长、提幔族长、米比萨族长、
Qenaz, Teemaan, Mibzaar,
54 玛基叠族长、以兰族长。这都是以东人的族长。
Magidiiʼeelii fi Iiraam. Namoonni kunneen hangafoota Edoom turan.

< 历代志上 1 >