< Masalimo 113 >
1 Tamandani Yehova. Mutamandeni, inu atumiki a Yehova, tamandani dzina la Yehova.
Haalleluuyaa. Yaa tajaajiltoota Waaqayyoo, galata galchaa; maqaa Waaqayyoo jajadhaa.
2 Yehova atamandidwe, kuyambira tsopano mpaka muyaya.
Ammaa hamma bara baraatti maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu.
3 Kuyambira ku matulukiro a dzuwa mpaka ku malowero ake, dzina la Yehova liyenera kutamandidwa.
Baʼa biiftuutii hamma lixa biiftuutti, maqaan Waaqayyoo haa jajamu.
4 Yehova wakwezeka pa anthu a mitundu yonse, ulemerero wake ndi woposa mayiko akumwamba.
Waaqayyo saba hundaa ol jira; ulfinni isaas samiiwwanii ol.
5 Ndani wofanana ndi Yehova Mulungu wathu, Iye amene amakhala mwaufumu mmwamba?
Kan akka Waaqayyo Waaqa keenya isa gubbaa teessoo isaa irra taaʼu sanaa eenyu?
6 amene amawerama pansi kuyangʼana miyamba ndi dziko lapansi?
Kan gad jedhee samii fi lafa ilaalu eenyu?
7 Iye amakweza munthu wosauka kuchoka pa fumbi ndi kutukula munthu wosowa kuchoka pa dzala;
Inni hiyyeessa awwaara keessaa ni kaasa; rakkataas tuulaa daaraa keessaa ol fuudha;
8 amawakhazika pamodzi ndi mafumu, pamodzi ndi mafumu a anthu ake.
inni bulchitoota gidduu, bulchitoota saba isaa gidduus isaan teessisa.
9 Amakhazikitsa mayi wosabereka mʼnyumba yake monga mayi wa ana wosangalala. Tamandani Yehova.
Inni akkuma haadha ijoollee kan gammachuudhaan jiraattuutti, dubartii maseena mana ishee keessa ni jiraachisa. Haalleluuyaa.