< Amosi 2 >
1 Yehova akuti, “Chifukwa anthu a ku Mowabu akunka nachimwirachimwira, Ine sindileka kuwalanga. Popeza anatentha mafupa a mfumu ya ku Edomu, mpaka kuwasandutsa phulusa,
Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Moʼaab sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii inni lafee mootii Edoom gubee daaraa godheef,
2 Ine ndidzatumiza moto pa Mowabu, umene udzanyeketsa nyumba zaufumu za ku Keriyoti. Mowabu adzafera pakati pa nkhondo yoopsa, mʼkati mwa mfuwu wa nkhondo ndi kuliza malipenga.
ani ibidda daʼannoo Keriiyooti barbadeessu tokko Moʼaabitti nan erga. Moʼaab iyya waraanaatii fi sagalee malakataatiin duʼa.
3 Ndidzawononga wolamulira wake ndi kupha akuluakulu onse amene ali pamodzi ndi iye,” akutero Yehova.
Ani bulchaa ishee ajjeesee qondaaltota ishee hundas isa wajjinin fixa” jedha Waaqayyo.
4 Yehova akuti, “Chifukwa anthu a ku Yuda akunka nachimwirachimwira, Ine sindileka kuwalanga. Popeza iwo akana lamulo la Yehova ndipo sanasunge malangizo ake, popeza asocheretsedwa ndi milungu yabodza, milungu imene makolo awo ankayitsatira,
Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Yihuudaa sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isaan seera Waaqayyoo didanii ajaja isaas hin eeginiif, sababii isaan waaqota sobaa, waaqota abbootiin isaanii duukaa buʼan sanaan karaa irraa jalʼataniif,
5 Ine ndidzatumiza moto pa Yuda, umene udzanyeketsa nyumba zaufumu za ku Yerusalemu.”
ani ibidda daʼannoo Yerusaalem barbadeessu tokko Yihuudaatti nan erga.”
6 Yehova akuti, “Chifukwa anthu a ku Israeli akunka nachimwirachimwira, Ine sindileka kuwalanga. Iwo amagulitsa anthu olungama ndi siliva, ndi osauka ndi nsapato.
Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Israaʼel sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Isaan qajeeltota meetiitti, rakkattoota immoo kophee cimdii tokkotti gurguratan.
7 Amapondereza anthu osauka ngati akuponda fumbi, ndipo sawaweruza mwachilungamo anthu oponderezedwa. Abambo ndi mwana wawo amagonana ndi mtsikana mmodzi yemweyo, ndipo potero amanyozetsa dzina langa loyera.
Isaan akkuma biyyoo lafaatti mataa hiyyeeyyii irra ijaajjanii cunqurfamaas murtii qajeelaa dhowwatan. Abbaa fi ilmi durba tokkotti galanii akkasiin maqaa koo qulqulluu xureessan.
8 Anthuwo amakagonana mʼmbali mwa guwa lililonse la nsembe pa zovala zimene anatenga ngati chikole. Mʼnyumba ya mulungu wawo amamweramo vinyo amene analipiritsa anthu pa milandu.
Isaan uffata qabdiidhaan nama irraa fudhatan irra iddoo aarsaa hunda bira ciciisan. Isaan daadhii wayinii kan warra adabaman biraa dhufe, mana waaqa isaanii keessatti dhugu.
9 “Ine ndinawononga Aamori pamaso pawo, ngakhale iwo anali anthu ataliatali ngati mikungudza ndiponso amphamvu ngati mitengo ya thundu. Ndinawononga zipatso zawo ndiponso mizu yawo.
“Inni akkuma birbirsaa dheeratee akka qilxuu jabaatu iyyuu, ani namicha Amoor sana fuula isaanii duratti galaafadheera. Ani gubbaadhaa ija isaa, jalaan immoo hidda isaa balleesseera.
10 “Ine ndinakutulutsani ku Igupto, ndipo ndinakutsogolerani mʼchipululu kwa zaka makumi anayi, kudzakupatsani dziko la Aamori.
“Ani biyya Amoorotaa isiniif kennuuf jedhee, biyya Gibxiitii isin baasee waggaa afurtama gammoojjii keessa isinan geggeesse.
11 Ine ndinawutsanso ena mwa ana ako kuti akhale aneneri, ndi ena mwa anyamata ako kuti akhale anaziri. Kodi si choncho, inu Aisraeli?” akutero Yehova.
“Akkasumas ani ilmaan keessan gidduudhaa raajota, dargaggoota keessan gidduudhaa immoo Naaziroota kaaseera. Yaa saba Israaʼel, wanni kun dhuguma mitii?” jedha Waaqayyo.
12 “Koma inu munawamwetsa vinyo anaziri aja, ndipo munalamula aneneri kuti asanenere.
“Isin garuu Naaziroota daadhii wayinii obaaftanii akka raajonnis raajii hin dubbanne ajajjan.
13 “Tsono Ine ndidzakupsinjani monga imapsinjikira ngolo imene yadzaza ndi tirigu.
“Ani akkuma gaariin yommuu midhaaniin guutamu caccabu sana, amma isinan caccabsa.
14 Munthu waliwiro sadzatha kuthawa, munthu wamphamvu sadzakhalanso ndi nyonga, wankhondo sadzapulumutsa moyo wake.
Saffisaan hin miliqu; namoonni jajjaboon humna isaanii hin jabeeffatan; loltuunis lubbuu isaa hin oolfatu.
15 Munthu wa uta sadzalimbika, msilikali wothamanga kwambiri sadzapulumuka, ndipo wokwera pa akavalo sadzapulumutsa moyo wake.
Abbaan xiyyaa jabaatee dhaabachuu hin dandaʼu; loltuun saffisaan fiigee jalaa hin baʼu; abbaan fardaas lubbuu isaa oolfachuu hin dandaʼu.
16 Ngakhale asilikali olimba mtima kwambiri adzathawa ali maliseche pa tsikulo,” akutero Yehova.
Loltoonni akka malee jajjaboon iyyuu gaafas qullaa isaanii baqatu” jedha Waaqayyo.