< Katwa Nono Katwa 4 >
1 Nin nanin among aprist wa dik nanye kutii lirama. Among anan yenju kutilira, au among a Saducee mine da kitin Bitrus nin Yohana kubi inin na biye iwa din liru kiti na nite.
Utuu Phexrosii fi Yohannis namootatti dubbachaa jiranuu, luboonni, ajajaan eegdota mana qulqullummaatii fi Saduuqonni isaanitti dhufan.
2 Inung ani wa lanza ayi kan bara ana kadura yesu wadin liru kitenen Yes. Elemon na iwadin belu nanite Kutelle na fea Yesu unuzu kiti nanan kul amin natigye ulai tutun nikidun na iwa molugye.
Sababii ergamoonni sun namoota barsiisanii duʼaa kaʼuu karaa Yesuusiitiin argamu labsaniifis akka malee aaran.
3 Bara nanin anit ane tinna ikifu Bitrus ku nin Yohana inin taa nanin kuti licin. Ayahudawa anan anan kataa kuti mawucuwucu ini son ca ukun isuu nanin matirutiru bara kulelen wadi kumali dak.
Isaanis Phexrosii fi Yohannisin qabanii hamma guyyaa itti aanuutti mana hidhaatti isaan galchan; galgalaaʼee tureetii.
4 Nin nanin wang, among anit gbardan na ilanza uliru Bitrus itin yinna nin Yesu. Anan alena yinna nin Yesu iwa duru anit timui titawn
Warra dubbicha dhagaʼan keessaas baayʼeetu amane; baayʼinni warra amanees gara kuma shaniitti ol kaʼe.
5 Ukurtunun kuinye ku prist kudewe yicila adide na prist nin na don kate mine pitirno ati mine kiti kirum kuti ma wucuwucu mine nanya Urshalima.
Guyyaa itti aanuttis bulchitoonni, maanguddoonnii fi barsiistonni seeraa Yerusaalemitti wal gaʼan.
6 Anas nkong ku prrist kudya na awa di, awa di kitene. Kitewan Kayifas ku Prist kud, Yohana nin Alexzanda, nin namong na iwadi linwana nin na prist adia.
Haannaas lubichi ol aanaan, isa wajjin immoo Qayyaaffaan, Yohannis, Iskindiroosii fi namoonni maatii lubicha ol aanaa taʼan kaan hundi achi turan.
7 Inin taa anan sun ca we inutun Bitrus nin Yohana udu kuti, inin tirino Bitrus nin Yohana, “Ari naminu lo lgangye idin su kataa kane?”
Isaanis Phexrosii fi Yohannisin gidduu isaanii dhaabanii, “Isin humna maaliitiin yookaan maqaa eenyuutiin waan kana gootan?” jedhanii gaafachuu jalqaban.
8 Dana Ufunu Ulau na Bitrus ku likara kibinai anin woro nanin,”Nin nwuananin aIsraela na min nari, nin vat mine akune latiszanin!
Phexrosis Hafuura Qulqulluudhaan guutamee akkana isaaniin jedhe; “Isin yaa bulchitootaa fi maanguddoota uummataa!
9 Kitimone idin tiru nari kitene nimon icine natisu kitin nut une awany acina ba, inanin tirino iyizari ashino. Bara nanin nan belin minu nii vat a Israela elemone.
Harʼa waaʼee waan gaarii nama naafa tokkoof godhameetii fi akka inni itti fayyifame yoo nu gaafattan,
10 Ai nanya lisa Yesu in Nazarerh unit ule na shi mu, har amini wangye ayisina ibung nine, Ai anugyere na kotun Yesu ku tikuse kitene kuca inanin na molugye. Vat ninanin Kutelle na fegye amini dinin lai tutun.
isinii fi namoonni Israaʼel hundinuu waan kana beekaa; namichi kun maqaa Yesuus Kiristoos nama Naazreeti kan isin fanniftanii Waaqni immoo warra duʼan keessaa isa kaase sanaatiin fayyee fuula keessan dura dhaabata.
11 Yesu Kriste Nazereth amere litefe idin belu kitene me.''Litala lona anan ma kekewere na nari liso litala licine makekewere,”
Yesuusis, “‘Dhagaa isin ijaartonni tuffattan kan dhagaa golee taʼee dha.’
12 Amere ces ma su nari utucu, Kutelle na ni nari umong nanya ba ulena ama su nari utucu bite kiti nalapi ba!”
Fayyinni nama biraa tokko irraa iyyuu hin argamu; maqaan nu ittiin fayyifamnu kan samii gaditti namootaaf kenname biraa tokko iyyuu hin jiruutii.”
13 Adide naYahudawe yene usalin feu kiti nan Bitrus nin Yohana. inin yene anit awa be na ina duo kiti madursuzu ba, bar nanin iwa lanza umama ki nin yginu kan. kikane inin yinno anitane nadi ligowe nin Yesu.
Namoonni sunis yommuu ija jabina Phexrosii fi Yohannis arganii akka isaan warra barumsa hin qabnee fi warra hin beekamne taʼan hubatanitti ni dinqisiifatan; akka isaan Yesuus wajjin turanis ni qalbeeffatan.
14 Inanin wayene unit ulena iwa shin nin gye di ligowe nin Bitrus nin Yohana iwa dira imong kulap mine.
Garuu namicha fayyifame sana isaa isaanuma wajjin achi dhaabatu arganii waan dubbatan dhaban.
15 Ayahudawe woro nono caa kuti mawusuwusu mine inutun anBitrus nin Yohana nin lena ishinyge udas kutiye kikana idin zursuzuzu. Nin kidun na isu nani, adidewe lirina nin na timine kitene Bitrus nin Yohana.
Kanaaf akka isaan waldaa keessaa gad baʼan ajajanii wajjin mariʼachuu jalqaban.
16 Inin woro,''No imong duku na ima ti nari fuo ale anit awa be ba! ko gha na asosin nanya Urshalima yiru nin nielemong na isu idi zikiki kan, bara nanin na tiwanya ti benlle anit elemone taa ba.
Akkanas jedhan; “Jara kana maal haa goonu? Akka isaan dinqii guddaa hojjetan namni Yerusaalem keessa jiraatu hundi ni beeka; nus waan kana waakkachuu hin dandeenyu.
17 Bara nani, natima cinu anit lanza ilemong na idin dursuzu anit kitene Yesu lii ubung ba, bara nanin tima benlu nanin tima bkwiuzu nanin andi ilau ubun i durzusu anit kite lisa ilena ina ti nanin likara shinu init ulele.
Garuu akka wanni kun hammana caalaa uummata keessa hin babalʼanneef nu akka jarri kun siʼachi maqaa kanaan nama tokkotti illee hin dubbanne isaan of eeggachiisuu qabna.”
18 Nin nanin a dide na Yahudawe imini wa woro anan suncaa kiti wucuwucu anit awa bia nanya kiti tutu. Nin kidun dana anan ugade su nanin inin benle nanin na iwa seke ulirinu kitene Yesu kiti kogya ba.
Isaanis jara waamanii akka isaan gonkumaa maqaa Yesuusiitiin hin dubbanne yookaan hin barsiifne isaan ajajan.
19 Nin nanin wan Bitrus nin Yohana woro,”Udi gegeme kiti Kutelle ti dofin minu sa ti dofun Kutelle?” Tima cin minu iyene ilemon na idi gegeme.
Phexrosii fi Yohannis garuu deebisanii akkana jedhan; “Qooda Waaqaa isiniif ajajamuun fuula Waaqaa duratti akka qajeelaa taʼee fi akka hin taʼin mee isinuu ilaalaa!
20 Arik kusari bit tiwangya dofun minu ba. Natima cinu ubelu nanit kitene lisa Yesu ba nin nilemong nasu natina yene nin nilemon latisza ilemong na ana dura.”
Nu waan arginee fi waan dhageenye dubbachuu dhiisuu hin dandeenyuutii.”
21 Dana iadide na Yahudawa tutun benle an Bitrus ku nnin Yohana na iwa dira lazun lirumine b, inin yinna na ima kpizu nanin b, bara vat anit Urshalima wa di zazinun Kutelle ku bara imerika na iwa su kiti nuti ulena awangya cina ba
Isaanis erga ittuma fufanii doorsisanii booddee jara gad dhiisan. Waan namoonni sababii waan hojjetame sanaatiif Waaqa galateeffachaa turaniifis akka itti jara adaban murteeffachuu hin dandeenye.
22 Unite wa kalin akus akut ana. Na awa yinin ucin ba tun kubi maru me.
Umuriin namicha karaa dinqiitiin fayyifame sanaa waggaa afurtamaa ol tureetii.
23 Nin kidun Bitrus nin Yohana cino kuti mawucuwucu na Yahudawe, inin gya udu ki namong anan yinu sa uyenu inin bele nanin elemon na aPrist nin dide na Yahudawa benle nanin.
Phexrosii fi Yohannis yeroo gad dhiifamanitti gara saba isaanii dhaqanii waan luboonni hangafoonnii fi maanguddoonni jedhaniin hundumaa isaanitti himan.
24 Dana yinu sa uyenu lanza nanin. inin yina vat mine itin kitikru nin ta lira ligowe,”Uci, fere na kea kitene kane nin kutin nin kurawa nin nimong vat nenya mine.
Isaanis yommuu waan kana dhagaʼanitti kadhannaadhaan sagalee isaanii tokkummaan Waaqatti ol fuudhanii akkana jedhan; “Yaa Gooftaa Waan Hundaa Olii, situ samii, lafa, galaanaa fi waan isaan keessa jiru hunda uume.
25 Ufunu Ulau nin taa acif bit, Ogo Dauda ulena ana sufi kata, amini na yertin ti pipintone. Bar yari anit nanya iye lanza ayi nin nanan katafe, nin na nit Isreala isu kata kananzan kiti Kutelle?
Ati Hafuura Qulqulluun karaa afaan tajaajilaa kee abbaa keenya Daawitiitiin akkana jettee dubbatteerta; “‘Namoonni maaliif akkanumaan mariʼatu? Saboonnis maaliif waan faayidaa hin qabne yaadu?
26 Ugo iye munu ati ifuo anan wucuwucu Kutelle, nin na go munu ati mine inin su mavira nin Kutelle nin le na una fere a suo Missiah.
Mootonni lafaa kaʼanii, bulchitoonnis Gooftichaa fi dibamaa isaatiin mormuuf walitti qabaman.’
27 Ai kidenere umunu Heridus nin Bilatus ligowe nin na mong na idi a Yahudawaba nin na nit Israela na iwadak kagbiri kane na ina su ivira nin Yesu. Ulena ana yinin asua Missiah.
Dhugumaan Heroodisii fi Phonxoos Phiilaaxoos Namoota Ormaatii fi uummata Israaʼel wajjin hojjetaa kee isa qulqulluu, Yesuus isa ati dibdetti mariʼachuuf jedhanii magaalaa kana keessatti walitti qabaman.
28 Inanin yinin ilemone se bara ina malin yinu uworsu ima sieh.”
Isaanis waanuma humnii fi fedhiin kee akka wanni kun taʼuuf duraan dursanii murteessan sana hojjetan.
29 To nene Uci, lanza ulemong na idin belu ima su nrin tikaci nari, buno nari arik alena ti ma su kata Yesu udu kitin kogya!
Yaa Gooftaa, egaa doorsisa isaanii ilaaliitii akka garboonni kee ija jabinaan dubbii kee dubbataniif dandeettii kenniif.
30 Suu kata nin likara fe usu kata kadiye ishizunu, nin nimong izikiki nanya lisa Yesu kucin fe.
Nama fayyisuu fi maqaa tajaajilaa kee qulqullichaa, maqaa Yesuusiitiin mallattoo fi dinqii hojjechuuf harka kee diriirfadhu.”
31 Dana anan yinu sauyenu mala utin lirakitene naiwadiku zunluno kidayo kan. Ufunu Ulau we nanin likara lirinu sa ulazun fiu, nin nanere iwann su.
Erga isaan Waaqa kadhatanii booddee lafti isaan itti wal gaʼan sun ni sosochoote; isaan hundinuus hafuura qulqulluudhaan guutamanii ija jabinaan dubbii Waaqaa dubbatan.
32 Imgbardan na rike na ti yinna nin Yesu tiwa yining nin elemong na ina durso nari elemon na idinsue. Na warum mine nworo imong ile na adimung in mere. Bara nanin idinnin kosuzu imong mine ilemon na idimung.
Amantoonni hundinuus garaa tokkoo fi yaada tokko qabu turan; waan qaban hundas walumaan qoodachaa turan malee namni tokko iyyuu akka waan qabeenyi inni qabu kam iyyuu kan mataa isaa qofa taʼeetti hin lakkoofne.
33 Nin nanin likara nono kadura belle imon irika na iyine inbellen fitun Cikilari Yesu nkkune kune uduia yita nati mine va.
Ergamoonnis duʼaa kaʼuu Gooftaa Yesuus humna guddaadhaan dhugaa baʼaa turan; ayyaanni guddaanis hunduma isaanii irra ture.
34 Among nanye nanan yinu sa yenu na dizimun nimon nin na nen lese imongye. inanin wa dasu nin ikubu na neene kiti nono katawe.
Rakkataan tokko iyyuu isaan gidduu hin turre. Warri lafa yookaan mana qaban hundinuu gurguranii maallaqa fidanii,
35 Nono katawe wa nin nii ikubuwe kitin nanayinu sauyenu lena adimung ba. Bara nanin vat ananyinu sa uyenu se ilemong na idinin suwe inan se ulinbung.
miilla ergamootaa bira kaaʼu turan; maallaqni sunis nama rakkina qabu kamiif iyyuu ni qoodama ture.
36 Umong unit wa diku lisame Yusufu, unzu likuran lawi. ulena awa nuzu kusarin Island in Saiporos. Iwa din yici gye Barnabas [umaana lise au, nin ti Yahudaci, unan tii kibinai na mong tii likara kang.
Yoosef namni gosa Lewwii kan Qophiroositti dhalate, inni ergamoonni Barnaabaas jedhaniin tokkos achi ture. Barnaabaas jechuun “ilma jajjabinaa” jechuu dha.
37 Amini wa lewu kunenme amini wa danii nono katawe inan naa ananyinu sauyenu.
Innis lafa qotiisaa ofii isaa gurguree horii isaa fidee miilla ergamootaa bira kaaʼe.