< Mulʼata 11 >

1 Shambaqqoon ulee safartuu fakkaatu tokko naa kennamee akkana jedhamee natti himame; “Dhaqiitii mana qulqullummaa Waaqaatii fi iddoo aarsaa safari; warra achitti waaqeffatanis lakkaaʼi.
Kangi napewili mlayi wewavili ngati lidete la kupimila nikajovelwa, “Amba, ukapima Nyumba ya Chapanga lusanja lwa luteta lwa kuhukisa ubani na kuvavalanga vandu vevakumuyupa Chapanga mugati ya Nyumba ya Chapanga.
2 Oobdii mana qulqullummaatii ala taʼe garuu hin safarin; oobdiin sun waan Namoota Ormaatiif kennameef isa itti hin dabalin. Isaanis magaalaa qulqulluu sana jiʼa 42 lafatti dhidhiitu.
Nambu luvanja lwa kuvala lwa Nyumba ya Chapanga, ukoto kupima, muni ugotoliwi vandu vangali Vayawudi, vevaulivatila muji wa msopi mulukumbi lwa miyehi alobaini na yivili.
3 Anis dhuga baatota koo lamaaniif humna nan kenna; isaanis uffata gaddaa uffatanii guyyaa 1,260 raajii ni dubbatu.”
Na nene yati nikuvatuma vandu vevijova ndava yangu vavili kuni vawalili nyula za magunila, muni vajova ulota lukumbi lwa magono elufu yimonga miya zivili na sitini.”
4 Isaan kunneenis mukkeen ejersaa lamaanii fi baattuuwwan ibsaa lamaan fuula Gooftaa lafaa dura dhaabatanii dha.
Venavo ndi mikongo yivili ya zeituni na vibokoselu zeziyima palongolo ya Bambu mweilongosa mulima.
5 Namni kam iyyuu isaan miidhuu yaallaan ibiddi afaan isaaniitii baʼee diinota isaanii ni balleessa. Kunis haala namni isaan miidhuu barbaadu kam iyyuu ittiin ajjeefamuu qabuu dha.
Ngati mundu akalinga kuvalemasa, motu wihuma mumlomo wavi na kumkoma makoko wavi, na kila mundu mweilinga kuvalemasa yati ifwa namuna yiyo.
6 Isaan yeroo raajii dubbatanitti akka bokkaan hin roobneef humna ittiin samii cufan qabu; akkasumas bishaanota dhiigatti geeddaruudhaa fi yeroo barbaadanitti dhaʼicha gosa hundaatiin lafa rukutuuf taayitaa qabu.
Venavo vavi na uhotola wa kudinda kunani, fula yikoto kutonya ligono pevikokosa ujumbi wa Chapanga. Kavili vavi na uhotola wa kugang'amusa manji gavya ngasi na kuutova mulima kila namuna cheigana.
7 Yommuu isaan dhuga baʼumsa isaanii xumuranittis bineensi Boolla Qilee keessaa ol baʼu sun lola isaanitti kaasa; isaan moʼata; isaan ajjeesas. (Abyssos g12)
Nambu pevimala kukokosa ujumbi wa Chapanga, hinyama hikali yeyihuma ku Ligodi langali mwishu yati itovana nawu ngondo na kuvakoma. (Abyssos g12)
8 Reeffi isaaniis daandii magaalaa guddoo irra ni ciciisa; magaalattiin kunis ishee hiikkaa hafuuraatiin Sodoomii fi Gibxi jedhamtu kan Gooftaan isaaniis itti fannifamee turee dha.
Mituhi yavi yisigalila muji ukulu, kula Bambu wavi peavambiwi pamsalaba. Liina la muji uwo wikemelewa kwa ulota Sodoma amala Misili.
9 Namoonni saba hunda keessaa, gosa hunda keessaa, afaanii fi sanyii hunda keessaa dhufanis guyyaa sadii fi walakkaa reeffa isaanii ilaalu; akka hin awwaalamnes ni dhowwu.
Vandu va kila lukolo na likabila kila luga na kila mulima na kila langi, yati vakuyilola mituhi yeniyo mulukumbi lwa magono gadatu na la pinga, viyidakila lepi yizikwayi.
10 Raajonni lamaan kunneen waan warra lafa irra jiraatan dhiphisaa turaniif warri lafa irra jiraatan isaanitti gammadu; ni ililchus; kennaas walii ergu.
Vandu vevitama pamulima yati vihekelela lifwa la avo vavili. Yati vikita mselebuko na kupelana njombi muni vamlota va Chapanga ava vavili vavang'aisi neju vandu va pamulima.
11 Guyyaa sadii fi walakkaa booddee garuu hafuurri jireenyaa Waaqa biraa dhufee isaan seene; isaanis kaʼanii miilla isaaniitiin dhaabatan; warri isaan arganis akka malee sodaatan.
Nambu pegimalika magono gadatu na lapinga mpungu wa Chapanga wewutipela wumi yikuvayingila, kwa mituhi yila, vene vevavawene vakayingilwa na wogohi.
12 Isaanis sagalee guddaa, “As ol kottaa!” isaaniin jedhu tokko samii irraa dhagaʼan. Utuma diinonni isaanii ilaalanuus duumessaan gara samiitti ol baʼan.
Kangi, avo vamlota vavili vayuwini lwami luvaha kuhuma kunani kwa Chapanga lukuvajovela, “Mbwela apa!” Vene vakakwela kunani kwa Chapanga, makoko wavi vakuvalolokesa.
13 Yeroo sanattis sochii lafaa guddaa isaatu ture; magaalaan sunis kudhan keessaa tokko ni barbadaaʼe. Namoonni kumni torbas sochii lafaa sanaan dhuman; warri hafan immoo sodaatanii Waaqa samiitiif ulfina kennan.
Lukumbi lulolo, lukahumila mndendemo mvaha wa ndima, lilundu limonga pagati ya malundu kumi gegiwanangana ga muji wenuwo yagwili na vandu elufu saba vafwili ndava ya mndendemo wenuwo. Vandu vevasigalili vakayogopa neju vakamulumba Chapanga wa kunani.
14 Wayyoon lammaffaan darbeera; kunoo, wayyoon sadaffaan dafee ni dhufa.
Lukumbi lwa mwalachikolela ya pili lupitili, nambu lola! Mwalachikolela ya datu yibwela kanyata.
15 Ergamaan torbaffaanis malakata isaa afuufe; sagaleen guddaan, “Mootummaan addunyaa amma mootummaa Gooftaa keenyaatii fi mootummaa Kiristoos taʼeera; innis bara baraa hamma bara baraatti ni moʼa” jedhu samii keessa ture. (aiōn g165)
Kangi, mtumu wa kunani kwa Chapanga wa saba akapyula lipenenga laki. Na lwami zamahele zivaha kunani kwa Chapanga zayuwaniki zikajova, “Hinu unkosi wa mulima ndi uhengiwi kuvya wa Bambu na Chapanga na Kilisitu mweamhagwili kuvya Msangula. Mwene yati ilongosa magono goha gangali mwishu!” (aiōn g165)
16 Maanguddoonni digdamii afran fuula Waaqaa dura teessoo isaanii irra tataaʼanii turan sunis adda isaaniitiin gombifamanii Waaqaaf ni sagadan;
Kangi, vala vagogo ishilini na mcheche vevatamili palongolo ya Chapanga muvigoda vya unkosi, vakagwa chakukupama na kumgundamila Chapanga,
17 akkanas jedhan: “Yaa Waaqayyoo Gooftaa Waan Hunda Dandeessu, Kan jirtuu fi kan turte, ati humna kee isa guddaa fudhattee waan moʼuu jalqabdeef galata siif dhiʼeessina.
vakajova, “Tikukusengusa, wa Chapanga Mweuvi na makakala, mweuvi na mwewavi! Muni ulangisi Makakala gaku gakulu na kutumbula kungolosa ngati nkosi!
18 Saboonni ni aaran; dheekkamsi kees dhufeera. Yeroon warri duʼan itti murtii argatan gaʼeera; yeroon ati itti raajota tajaajiltoota kee taʼaniif, qulqulloota keetii fi warra maqaa kee sodaatan xinnaafis taʼu guddaaf badhaasa kennitu gaʼeera; yeroon ati itti warra lafa balleessan balleessitus gaʼeera.”
Vandu vangali Vayawudi vayomili, nambu ligoga laku libweli, ena lukumbi lwa kuvakitila uhamula vevafwili. Lukumbi lwa kuvapela njombi vatumisi vaku vamlota, na vandu vaku voha vevakulitopesa liina laku, vadebe kwa vavaha. Ndi lukumbi lwa kuvakoma vevihalabisa mulima!”
19 Manni qulqullummaa Waaqaa kan samii keessaas ni baname; taabonni kakuu isaas mana qulqullummaa isaa keessatti mulʼate. Ergasiis ifa balaqqee, sagalee, bakakkaa, sochii lafaatii fi bokkaa cabbii guddaa isaatu ture.
Kangi, Nyumba ya Chapanga yeyivii kunani yadinduliwi, na mugati yaki mwawonikini, lisanduku la lilaganu. Hinu ukahumila lumwetu mwetu na mbamba na mbulumo wa ndima na fula yivaha ya maganga.

< Mulʼata 11 >